1 Peter 5:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa tisseen guddaan mudhatu, kallacha ulfinnaa ka ijjumaa hin banne hin fudhattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gaafa Tissituuni Guddooni d'uftu, sure hayyuma ta haga jirtu adi ch'aama argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba gaafa tissaan guddaan dhufu, surree ulfinnaa ta haga jirtu hindulloommanne argattanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan tissee hoolotaa hennaa dhufe badhaasa ulfinnaa ka hin banne argattan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchaan tissee hoolotaa hennaa dhufe badhaasa ulfinnaa ka hin banne argattani.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana yoo raawwattan Tissichi ijoon yeroo muldhatutti, gonfanni hin banne ka ulfinnaa ni fudhattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa tisseen guddaan mudhatu, kallacha ulfinnaa ka ijjumaa hin banne hin fudhattan.