1 Peter 5:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Waaqi yennaa ifii murteessetti akka isin ol qabu, harka Waaqa hunnaameessaa jalatti ifi gad qaba'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harka Waaqa jalati ufi diqeesa duuba, aka inni, yo hojjaani geete, isani guddisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka innii yo fulaan geette isan guddisuu, harka Waaqaa jalaatti ufi diqqeessaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi hennaa ufiititti akka ol isin qabu harka Rabbii hunna qabeessaa jalatti gad uf deebisaa'a. Inni waan keessan waan yaaduuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu Rabbi hennaa ufiititti akka ol isin qabu harka Rabbii hunna qabeessaa jalatti gad-uf deebisaa'a. Inni waan keessan waan yaaduuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa yeroo Waaqinni muriteessetti ol akka isin qabuuf, harka jabaa Waaqa jalatti mataa keessan gad qabaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Waaqi yennaa ifii murteessetti akka isin ol qabu, harka Waaqa hunnaamessaa jalatti ifi gad qaba'a.