1 Peter 5:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan Waaqi isiniif yaaduuf, waan isin yaachisu duudii isa irratti gata'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani ch'ufa harka isaati kennad'a, wonti akanatiifi inni isani jaalate qorqorata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaargala keessan cufa harka isaatti kennadhaa, wantii akkanaatiif innii isan jaalatee, isan qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isin rakkisu maraa isa irratti dhiifadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isin rakkisu maraa isa irratti dhiifadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni waayee keessaniif waan yaaduuf, yaada isin sarddamisiisu maraa isa irratti gataa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan Waaqi isiniif yaaduuf, waan isin yaachisu duudii isa irratti gata'a.