1 Peter 5:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumeeffadha'a; dammaqa'a! Diinni keessan Seexanni, akka neenqa waan linqinsu barbaadee dhangaa dhowuu, adaala keessan garmaama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kurfo taa, eegad'a! Nyaapi keesani Sheet'ani, aka nyeench'a itanaa deeme nama nyaatu barbaada.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nyaaphii keessan Sheexanii akka Nyeencaa ittanuu deemaa nama nyaatu barbaadaa, kurfoo taa'aa, eegadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diinni keessan daabiloos akka Leenca waan nyaatu soqa'aa asii achi naannaya'aa aaduu waan ta'eef, hagatti jiraadhaa'a, dammaqaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Diinni keessan daabiloos akka Leenca waan nyaatu soqa'aa asii achi naannaya'aa aaduu waan ta'eef, hagatti jiraadhaa'a, dammaqaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hagatti jiraadhaa, dammaqaa! diinni keessan sheexanni waan liqimssu barbaadu'uun akka leencca aaduu, naannoo keessan asii fi achi ni naannaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumeeffadha'a; dammaqa'a! Diinni keessan Seexanni, akka neenqa waan liqinsu barbaadee dhangaa dhowuu, adaala keessan garmaama.