1 Peter 5:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan teessan ta biyya lafaa duudii keessa jirtu, rakkoo akkasii akka fudhatu beeka'aatii, dhugeeffanna'atti jabaadha'aatii Seexana morma'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefacha teesani jabeesa, isa dida; isani imbeetani, aka nami aka keesani d'ugefate, lafa ch'ufa keesa, akuma keesani gaargalu jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugeeffachaa teessan jabeessaa, isa didaa; akka namii akka keessan dhugeeffate, lafa cufa keessa akkuma keessan gaargaluu jiru isan inbeettanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan keessan ka adunyaa kana irra jiran rakkinni akkanaa kun akka isaan irra gayu beekaa'a; amanti'iin cima'aa dhaabadhaa'a; daabiloosiin mormaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan keessan ka adunyaa kana irra jiran rakkinni akkanaa kun akka isaan irra gayu beekaa'a; amanti'iin cima'aa dhaabadhaa'a daabiloosiin mormaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyya lafaa mara irra ka jiran obboleeyyan teessan rakkinna bifa kanaa akka fudhatan beeku'uun, amanti'iin jabaadha'aatii mormma'aanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan teessan ta biyya lafaa duudii keessa jirtu, rakkoo akkasii akka fudhatu beeka'aatii, dhugeeffanna'atti jabaadha'aatii Seexana morma'a.