1 Samuel 1:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga Hanani guddifte AABBO Waaqa kad'atu kana ch'ufa Elini afaanuma isi keesa laala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan Haannaan hennaa Rabbiin afo'otti kadhaa dheeressite Eeliin afaan isi'ii laala'aa ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haannaan gara Mootii Waan Maraa yennaa daadimataa turte, Eliin afaan isi'ii ilaale.