1 Samuel 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini laanuma garaa isi keesati Waaqa kad'achu jirti; hid'i isi ta chochootu male waan isiini jettu woma ind'agaani. Tanaafi Elini waan isiini farso d'udde machofte sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haannaan waan garaa ufii keessatti kadhattuuf uduu laagaa ufii hin dhageessifne hidhii ufii callaa sochoofti; Eeliin garuu waan waa dhuddee machoofte seeye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiille gadhaa ifii keessatti waan daadimattuuf, hidhiin isi'ii hin tachooti malee qoonqoon isi'ii hin dhage'anne; tanaaf Eliin waan isiin machootte seye.