1 Samuel 1:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jetteeni, Aabbo akasiniti, anini machi inqabu, womale ind'unne, anini niiti guddo gaargala qabdu, tanaafi anini AABBO Waaqa kad'ad'e gaargala kiyya ch'ufa iti himad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin garuu, «Gooftaa kiyya ani nama gadda guddaa keessa jiru daadhii woyini'ii yookaan waan biraa ka nama macheessu hin dhunne; garuu rakkoo kiyya Rabbitti himata'aara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haannaan ammoo deebittee, «Waawwo'o, goottaa kiyya! Ani daadhii woyni'ii yookiin waan nama macheessu hin unne; ani dubartii gadda guddaa irra jirtu; tanaaf rakkinna kiyya gara Mootii Waan Maraa dhikeeffatiisatti jira.