1 Samuel 1:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niiti seseega woma keesa injirre na insehini wonti anini haga kana ch'ufa Waaqa akasi kad'ad'eefi maro gaargala gudda qabuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababa gaddinii fi rakkinni natti guddateef haga ammaa kadhata'aaraa ati ana garbittii tee akka dubartii raanke'eetitti na hin laakkayin» jettee isaa deebifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gaddii fi aariin natti bacatanee haga kana mara daadimatiisatti waan jiruuf ana garbittii teeti akka waan woy hin baaneetitti hin laakkowin» jetteen.