1 Samuel 1:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Elini waan jed'eeni, Beni nagayaani gali Waaqi Israeli waan atini kad'atu kana sii kennina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliinillee, «Nagayaan deemi! Waandhi Israa'elii waan ati kadhatte sii haa kennu!» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Eliin deebisee, «Nageyaan deemi! Waaqi Israa'elii waan ati isa gaafatte si'iif kennuu ti» jedheen.