1 Samuel 1:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyyaate Elkanafi worri isaa ganama lafaa kae duuba, Eegi Aabbo Waaqa kad'atani worra isani ka Ramati dachaani. Elkanani, niiti isatini woliini bulani, AABBO Waaqi kad'a isi d'agayeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganamaan ka'anii Rabbii haga sagadaniin maayessa gara mana ufii Raama'atti deebi'anii galan; Hilqaanaan haadha manaa ufii Haannaa bira geennaan Rabbi isii yaadate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan barii ganama ka'anee Mootii Waan Maraa duratti sagadane; achiin duuba gara mana ifii Raama'atti deebi'ane. Elqaanaan haadha manaa ifii Haannaa woliin rafee Mootiin Waan Maraa isii qaabate.