1 Samuel 1:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani isiini garaachoofte ilma d'alte maqa isaa Samueli baafteefi waan jette, Anini isaa jed'e AABBO Waaqa kad'ad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma san ulfooftee ilma deette «Ani Rabbiin kadhadhee argadhe» jettee maqaa isaa «Saamu'eeliin» itti baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Haannaan ulfoottee yennaan geennaan ilma deettee, «Ani Mootii Waan Maraa gaafadhee isa dhaggadhe» jettee maqaa isaa Saamu'el baafatte.