1 Samuel 1:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Hanani waan jetteeni, Aabbo kiyya atini na qaabata? Anini niiti baranna atini agarte ta arma ejite AABBO Waaqa kad'ate taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haannaan Eeli'iin «Gooftaa kiyya; umuriin kee haa dheeratu dubartiin si bira dhaabattee Rabbiin kadhata'aa turte ana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haannaan Eli'iin, «Ee goottaa kiyya, ka jiraataa teete; dubartiin as si dura dhaabbattee gara Mootii Waan Maraa daadimataa turte sun ana.