1 Samuel 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna ch'ufa Elkanani Ramaa bahe aka AABBO Waaqa gudda kad'ate Shiloti sorio baasufi; qaaloleeni AABBO Waaqa ta achi hojattu, Hofnifi Finehasi ilmaani Eli.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hilqaanaan wogga wogga'aan Rabbii Gooftaa banii maraatii sagadu'uu fi ciincaa dhiyeessu'uuf gara Seelo'oo baya; bara san ilmaan Eeli'ii Afiniinii fi Finihaas gadoota ta'anii Seeloo keessatti Rabbiin tajaajila'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elqaanaan wogguma wogga'atti Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade waaqonfatiisaa fi ciincaa dhikeessiisaaf qachaa ifiitii gara Shiilo'oo deemaayyu; achitti ilmaan Eli'ii lama Hofnii fi Fiinehaas hayyoota Mootii Waan Maraa te'anee tajaajilaniiyyu.