1 Samuel 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Hana guddo jaalatele qooduma toko ch'alla kennaafi, maro AABBO Waaqi garaa isii hid'e ilmaani argachu isi d'owefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hilqaanaan waan Haannaa jaalatuuf gayaa isi'ii dachaa lama kenna'aafii ture; garuu Rabbi gadaamessa isi'ii cufee ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni Haannaa waan jaalatuuf qooda dachaa lama isi'iif kenna; te'uu malee Mootiin Waan Maraa isii deya dhooggeeraayyu.