1 Samuel 1:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini ganna heddu ch'ufa akasuma tate; hojja Mana AABBO Waaqa d'aqani ch'ufa Peninani Hanati gamte, gaargalchite boochite, woma nyaachu d'owarte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isiin wogga wogga'aan gara mana woyyuu Rabbii dhaxxu maraa masaanuun isi'ii Finaanaan isii aarsa'aa isii boochisa'aa waan turteef womaa afaaniin hin qabdu turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tunille wogguma wogga'atti waan teetuuf, Haannaan yennaa gara Galma Mootii Waan Maraa dhaxxu mara, boottee nyaata haga dadhaddutti, masaanuun isi'ii isii bilinjeessiti.