1 Samuel 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iirsi isii Elkanani, Hana, maanifi teete boota? Maanifi sagale nyaachu dida? Garaani kanke maanifi hojja ch'ufa akana hama? Anini ilma kud'ani ira sii injiru? jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf abbaan worra isi'ii Hilqaanaan, «Haannaa tiyya! maaf bootta? maaf waa hin nyaanne? maaf gaddita? ani ijoollee kudhanii sii hin caaluu?» isiin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan manaa isi'ii Elqaanaan isi'iin, «Haanna'a! Ati maaf bootta? Maaf sagalee hin nyaatin? Maaf gadhaan keeti gadda? Ani ilmaan kudhan si'iif hin caaluu?» jedhee isii gaafate.