1 Samuel 1:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko, eegi worri sagale Mana AABBO Waaqa ka Shilo jiru nyaate iraa kae, Hanani ta guddo garaani hammate, olkaate laalalani AABBO Waaqati boote kad'ate. Hojja suni qaaliichi Elini fulluma ufi balbala keesa taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaaf tokko Seelo'otti ciincaa dhiyeessanii haga nyaatanii dhuganiin maayessa Haannaan kaatee dhaabatte; hennaa san gadichi Eeliin balbala mana woyyuu Rabbii bira barcumaa irra taa'eera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko isaan Shiilo'otti nyaatanee unaneen duuba Haannaan kaatee dhaabbate; Eliin hayyichi garuu mikikkila Galma Mootii Waan Maraa bira barcumaa irra tee'eeraayyu.