1 Samuel 10:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Samuelini dulo d'ad'a fuud'e, mata Sauloti naqe muude, d'ungate waan jed'eeni, AABBO Waaqati sii muude hayyu Israeli si tolche. Atini gosa isaa fidde harka nyaapa worraa keesaa baafta. Aka AABBO Waaqi si fohate hayyu worra isaa si tolche akanaani beeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel dhadhaa ejersaa fuudhee mataa isaa irratti buusee dhungateen. Achiin maayessa, «Rabbi bulchaa banii Rabbii ka Israa'elii akka taatu si muudeera; banii Rabbii hin bulchita diintota naannaya isaanii jiru jalaallee hin oolchita;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saamu'el buttullee zayitii ejersaa fuudhee, zayitii mataa Saa'olii irratti dhangalaasee, isa sunqatee, «Mootiin Waan Maraa kolbaa isaa Israa'el akka bulchitu si muudee motii ree?