1 Samuel 10:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani guddaani Saulo isaafi hojatu isaa gaafate haga kana ch'ufa isani eesa jirtani? jed'e. Sauloni waan jed'eeni, Nu barbaada harree jira; d'amne jennaani Samueli argu d'anne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eessumni Saa'olii, Saa'olii fi hojjataa isaa «Haga adhaa eessa turtan?» jedhee isaan gaafate; innillee «Harriin soqaa deemne dhabnee gara Saamu'eelii gorre» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessi abbaa Saa'olii, «Eessa dhaxxane?» jedhee isaa fi tajaajilaa isaa gaafate; Saa'olille, «Harreelee barbaadiisa deenne; harreeleen dhabannaan gara Saamu'elii dhandhe» jedheen.