1 Samuel 10:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni, inni waan nuni jed'e, Harreeni yayu mullate jed'e, ammo Sauloni dubbi Atini hayyu tata jed'aniini, ta Samueli jed'eeni taani iti inhimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol eessuma ufiitiin «Akka harriin teenna ta badde argamte nutti hime» jedhee deebiseef malee waan mootummaa ufiitiif waan Saamu'eel itti hime maraa itti hin himne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'olille obboleessa abbaa ifiitiin, «Harreeleen akka mudhatteertu nutti himeera» jedheen; te'uu malee marroo mootii te'iisa ifii ta Saamu'el isatti dubbate, isatti hin hinne.