1 Samuel 10:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'eeni, AABBO Waaqi Israeli waan jed'u. Anini lafa Misiri keesaa isani baase, harka worra Misiritiifi harka gosa d'ibi isani dabsate ch'ufa jalaa isani baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Israa'elii ijoollee Israa'eliitiin akkana jedhe, «Rabbi Waandhi Israa'elii ‹Ani Israa'eliin biyya Misiriitii baase, mootota biyyaa ka isaan rakkisu jalaa isaan baase›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaa Israa'eliitiin, «Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, ‹Ani isin Israa'eloota biyya Gibxi'ii keessaa baasee, harka Gibxootaatii fi harka mootummoota isin cunqursanu mara jalaa isin baase› jedha.