1 Samuel 10:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaqa keesani ka gaargalafi d'ipu teesani ch'ufa keesaa isani baase; ammo isani arra na diddani, hayyu nuu kenni nani jettani. Hayye, amma tana gosafi balbala teesani gula AABBO Waaqa dura koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adha ammo Waaqa keessan ka rakkinnaa fi dhiphinna maraa jalaa isin baase dhiiftaniirtan, ‹Akki kun garuu hin ta'uu; mootii nuu moosisi› jettaniin. Amma gosaa fi worra keessan woliin Rabbiin afoo dhiyaadhaa»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo adha Waaqa keessan ka rakkinnaa fi farra jalaa isin baase tuffattanee, ‹Mootii nu'uuf moosisi› jettane. Maarre amma gosuma gosa gosa keessaniitii fi fira fira keessaniitiin Mootii Waan Maraa dura dhikaadha'a» jedheen.