1 Samuel 10:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Samuelini worra gosa Benjamini toko tokooni ga yaame worra Matri keesaa fohatani. Jennaani worri d'iira ka worra Matri gabahe isa dura d'ufe, jennaani worra keesale Saulo ilma Kishi fohatani, ammo isa barbaadani d'abani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ammallee Saamu'eel maatii gosa Biiniyaamii maraa akka dhiyaatan godhe; achii worri Maaxirii hixa'aan filatame; dhuma irratti maatii Maaxirii keessaa worra dhiiraa akka afo'otti bayan godhe; isaan keessaa ilma Qiisii Saa'oliin hixaan qabe isaan ammo hennaa isa soqan hin argineen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gosa Beniyaaminii maatii maatii isaaniitiin dhikeesse, maatiin Maxirii hixa'aan filamane; dhuma irratti ilmi Qiishii Saa'ol hixa'aan filame; garuu isaan yennaa isa barbaadane inni hin dhagganne.