1 Samuel 10:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, Nami d'ibiini jira? jed'ani gaafatani. AABBO Waaqi waan jed'eeni, Sauloni kuuno, achi miha duubati d'okhachu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf isaan «Ammaa achi namni Rabbii ka gamana dhufu jiraa?» jedhanii gaafatan. Rabbi akkana jedhee isaanii deebise, «Inni kunoo meeshaa keessatti dhokateera» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan, «Saa'ol dhufeeraa?» jedhanee Mootii Waan Maraa gaafatane; Mootiin Waan Maraa deebisee, «Kunoo, Saa'ol meya odduu dhokateera» jedhe.