1 Samuel 10:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri orie Saulo biyyaatini gad'ufe. Inni biyya keesa eje jennaani nama tokole ka gurmu isa bira dabru d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee fiiganii dhaqanii achii fidanii banii jidduu dhaabsisan baniin akka Saa'ol gurmuun isaa akka badha'aatii fi hojjaan isaa dheeraa banii maraa taru akka ta'e argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan fiiganee dhaqanee, addee inni dhokateeruu isa fidane; inni dhufee kolbaa odduu yennaa dhaabbate gurmuu ifiitii ol kolbaa mara caalaa dheerata.