1 Samuel 10:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini waan biyyaani jed'e, Isani nama AABBO Waaqi fohate gartu? Nami isa fakaatu tokoleeni gumi tana keesa injiru. Jennaani nami ch'ufti lalabe waan jed'e, Hayyuuni ha lubbu buluuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel banii maraanuu, «Namni Rabbi filate kunooti nu jiddu'utti namni isa fakkaatu tokkollee hin jiru» jedhe; baniin maruu laagaa ol qabatanii, «Mootichi woggaa dheeraa haa jiraatu!» Jedha'aa ililfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el kolbaa maraan, «Nama Mootiin Waan maraa filate kana dhaggitanee? Kolbaa mara keessaa ka akka isaa tokkolle hin jiru» jedhe. Achiin duuba kolbaan marti qoonqoo ifii ol qabattee, «Mootichi bara dheeraa le'uu ti» jette.