1 Samuel 10:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo nami waan yaku male waan d'ibi imbeenne waan jed'e, Nami kunini maani nu baha? Worri Saulo tufate woma kennuufi dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu namoonni adaba hin qabne tokko tokko «Amma namichi kun nu oolchuu danda'aa?» woliin jedhanii kennaa woyiituu uduu isaa hin finne tuffataniinii didan; Saa'ol ammo hin cadhise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gariin ka woy hin baane ammoo, «Nami kun attam nu baasuu dande'a» jedhane. Isaan isa tuffatanee, kennansa isaaf hin finne. Saa'ol ammoo cadhiseetuma isaan lakkise.