1 Samuel 10:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hojuma suni lubbuuni AABBO Waaqa sira buute, atini sirbafi lalaba worraa keesa seente garagalte nama haraa taata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dimmaa Hafuurri Rabbii si irratti bu'a; atillee isaanuma woliin raaga dubbatta; akka nama biraa taatee jijjiiramta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ayyaanni Mootii Waan Maraa si irratti hin bu'a; atille isaan woliin raaga hin dubbata; jijjiirantee nama dhibii hin teeta.