1 Samuel 10:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Na durati Gilgali d'aqi, anini achiti siti d'ufe sorio gubanifi ta wold'ageeti qala. Torbaani toko achiti na eegi, haga anini d'ufe waan atini tolchu malte siti himuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ani ciincaa itti ciincessuu fi hulee ciincaa fayyumma'aa irratti dhiyeessu, gara Gelgela'aa na firriftee dhaxxa ani achitti ciincaa ciincessa; haga ani gara kee dhufee waan gootu sitti himuuf haga guyyaa torbaa achuma turi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati naan dura gara Giilgalii gad bu'i! Kunoo, ani kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa dhikeessiisaaf gara keeti hin dhufa. Ati ammoo haga ani si bira dhufee, waan ati gootu sitti himutti guyyaa torba hin turta» jedhe.