1 Samuel 11:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Nahashini jed'ani, Bori harka isaniti kennanna waan feetani nu tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Iyyaabiisiitiin «Nu'u boru harka isinitti kennannaa waan barbaaddan nu godhaa'a» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, worri Yaabeshii, worra Amoonotaatiin, «Nuuti boru harka keenna isinitti hin kennanna; isinille waanuma feetane nu godha'a» jedhane.