1 Samuel 11:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Israeli waan Samuelini jed'e, Me, worri Sauloni hayyu keenna intau jed'e kaani? Harkati nuu keenna, worra suni inhobaafna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa baniin Saamu'eeliin, «Namoonni Saa'ol nu irratti hin mooyu jedhan eennuun fa'a? isaan dabarsii nutti kenni isaan findhaa» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Saamu'eliin, «Worri, ‹Saa'ol nu bulchaa?› jedhe eennu fa'a? Namoota san akka ijjeennuuf gara keenna fidi» jedhane.