1 Samuel 11:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Sauloni waan jed'e, Nama tokole ara inijeesani wonti akanatiifi guyyaani kunini guyya AABBO Waaqi Israeli baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol, «Adha Rabbi banii Israa'elii waan hambiseef namni tokkollee hin du'u» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol ammoo, «Guyyaan adhaa guyyaa Mootiin Waan Maraa Israa'eloota bilisa baase waan te'eef, adha nami tokkolle hin ijjeefamu» jedhe.