1 Samuel 11:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Samuelini waan biyyaani jed'e, Koota, nu yaasa, Gilgali d'aanne ammalle aka Sauloni hayyu keenna jabeesine aka dansaa nama ch'ufati himna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel bani'iin, «Koottaa adha gara Gelgela'aa deemnee Saa'ol akka mootii keenna ta'e mirkaneessinaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saamu'el kolba'aan, «Kowa'a, nu martinuu Giilgal dhandhee Saa'ol mootii keenna akka te'e itti deebinee mirkaneessina» jedhe.