1 Samuel 11:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nahashini waan jed'eeni, Anini yo toko ch'alla wold'aqisa isaniini woliini dubbad'a: Anini ila mirgiti teesani ch'ufa isani keesa yaase, akanaani worra Israeli ch'ufa ch'eersa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naa'oosiin gosa Amooniillee, «Ija teessan ta mirgaa isin keessaa baasee, banii Israa'elii maraa haga salphiseen maayessa waadaa isin woliin gala» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nahaashi ammoo deebisee, «Ani tokko tokkoo keessan ila teessan ta gara middaa hoqonqolee isin keessaa baasiisaan isiniin wolii gala; akka kanaan Israa'eloota mara irratti salphinna fida» jedhe