1 Samuel 11:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni Yabeshi waan jetteeni, Bulti torba nuu kenni, aka nu lafa Israeli ch'ufa keesa nama erginu. Yo nami nu baasu keesa injirre, hojja suni harka isaniti kennanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manguddoonni Iyyaabiisii «Nu'u biyya Israa'elii marattuu ergamtoota akka erginu haga guyyaa torbaa nu eegi; achiin maayessa nama nu oolchu yoo dhabne si jalatti bullaa» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaarsoleen Yaabeshii isaan, «Gara lafa Israa'elii maratti nama akka ergannuuf guyyaa torba nu'uuf kenni; achiin duuba nami nu baasu yoo hin jirre te'e harka sitti hin kennanna» jedhane.