1 Samuel 11:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja suni Sauloni ka qotiyo oofu, gara oobruti d'ufuu jira. Inni waan jed'e, Maanti jira? Nami ch'ufti maafi akana boha? Jennaani worri odu ergattuni Yabeshi d'ufteeni iti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol Sangoota ufii faana deema'aa maasaa ufiitii dhufe; Saa'ol «Baniin maal ta'ee booya?» Jedhe; isaanillee waan oduu worri Iyyaabiisii qabatee dhufeen itti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa tana, Saa'ol qotiyyoota ifii oofataa ficha'aa dhufiisatti jiraayyu; inni, «Kolbaan tun maan teetee bootti» jedhee gaafate. Isaanille waan worri Yaabeshii jedhe isatti himane.