1 Samuel 11:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni dubbi suni d'agaye jennaani lubbuuni Waaqa isa ira buute inni guddo dallane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa waan kana dhagaye Hafuurri Rabbii hunna gudda'aan Saa'oliin irratti bu'ee guddisee aaree lole.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol dubbii tana yennaa dhage'e Ayyaanni Waaqaa isa irratti bu'ee, inni guddoo aaree bobe'e.