1 Samuel 11:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni Bezekiti worra wolti baase; nami Israeli keesaa kuma d'ibba sadi, ka Yudaleeni nama kuma sodoma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol hulee Beezeeq jedhamutti wolitti isaan qabe; ijoolleen Israa'elii namoota kuma dhibba sadihiiti; namoonni Yihuuda'aa garuu namoota kuma soddomaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol addee, «Bazeqi» jedhantutti yennaa isaan wolitti qabe, laakkossi isaanii, Israa'elooti nama kuma dhibba sad, Yihudooti nama kuma soddoma te'ane.