1 Samuel 12:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri qarqaarsa AABBO Waaqati bohe waan jed'e, Nu yayu siti ch'ubbamne, Ee AABBO Waaqa waan siraa gore akheekha Baalitifi ka Ashtorethi kad'anneefi. Amma nyaapa keenna duraa nu baasi, nu duuba si gula yaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa isaan, ‹Rabbiin dhiifnee Ba'aaliimii fi Astaarootiin waan waaqeffanneef yakkineerra; amma yabo'oo diina keenna harkaa nu hambisi si waaqeffannalle'ee!› jedhanii Rabbitti iyyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootiin teessan ta duriille, ‹Nuuti cubbuu hunyeera; Mootii Waan Maraa lakkinnee, waaqota dharaa Ba'aalii fi Ashitaaroti tajaajilleerra; akka nuuti si tajaajilluuf, amma ammoo harka diinota keennaa jalaa nu baasi› jedhanee gara Mootii Waan Maraa iyyane.