1 Samuel 12:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi Gideoni, Baraki, Yefta erge, anale erge. Nu namu harka nyaapa keesaa isaani baafne, isani nagayaani teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee dura Yiruba'aaliin, Baarqi, Yooftaahe'ee fi Saamu'eeliin isaanii erge; isaan diintota naannoo isaanii jiran maraa jalaa isaan baasan isin ammo isinii tolee jiraattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Yiruub-Ba'aal, Bedaan, Yifta'aa fi ana Saamu'el isiniif ergee, harka diinota adaala keessan jiranuu jalaa isin baase; isinille nageyaan leetane.