1 Samuel 12:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja isani ka AABBO Waaqa ch'aqasu diddani seera isaa ch'absitani taatani inni isanifi hayyu keesanile iti dallana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu yoo dubbii Rabbii hin dhageenne, seera isaa irratti yoo dhara hojjattan isinii fi mootii keessan irratillee harki Rabbii hin jabaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo Mootii Waan Maraatiif ajajamiisa dhaddanee, ajajaa isaa irralle'etti yoo kaatane, inni akkuma abbootii teessan ta durii adabe isinille hin adaba.