1 Samuel 12:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi fulluma amma jirtani tana eja. Duuba waan jabdu AABBO Waaqi isanii tolchu inagartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu amma jabaadha'aa dhaabadha'aa; maalalee guddaa Rabbi isin afo'otti godhu argitanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, jabaadha'aa dhaabbadha'aatii, waan guddoo Mootiin Waan Maraa ila teessan duratti godhu ilaala'a.