1 Samuel 12:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma lafti bona, akasiyu? Ammo anini inkad'ad'a duuba AABBO Waaqi amuma tana mandie bokaya nuu rooba, hojja wonti kunini taatu, isani aka ch'ubbu hamtu AABBO Waaqati tolchitani gaafa hayyu kad'atani, beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma beettan hennaan kun hennaa qamadii haamaniimii? ani garuu gara Rabbii iyya; innillee gigissa'aa fi rooba erga; yoo kun ta'e isin waan akka mootiin isinii moowu kadhattaniif akka Rabbiin afo'otti waan hamaa guddaa gootan hin argitanii» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma yennaan ta qamadii haammattanuu motii? Mootiin Waan maraa mandiisu'uu fi bokkeya akka fidu ani gara isaa hin daadimadha; isin mootiin akka isiniif mootomu gaafatiisaan, Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu akka hujane, yennaa san hin hubattan» jedhe.