1 Samuel 12:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Samuelini jed'ani, Aabba AABBO Waaqa kanke nu kad'ad'i, aka nu indoone. Amma nu ya argine, ch'ubbu qara taani malele aka nu waan hayyu kad'anneefi ch'ubbu d'ibi keesa bune.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eeliin, «Yabo'oo nu akka hin dhumne Rabbii Waaqa kee nuu kadhadhu; cubbuu biraa hojjachuu irra lufnee mootii nuu moosisi jennee gaafachuu keennaan nu yakkamtoota ta'uu keenna hubanneerraa» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan marti Saamu'eliin, «Cubbuu teenna mara irratti, mootiin akka nu'uuf mootomu gaafatiisaan cubbuu teenna mara irratti hammeenna kana waan hunyeef, akka hin duuneef nu tajaajiltoota teetiif gara Mootii Waan Maraa Waaqa keetii daadimadhu!» jedhane.