1 Samuel 12:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini waan jed'ani, Ato waan hamtu akana kana tatanile sodaattani AABBO Waaqa ira ingorina, ammo garaa keesani ch'ufaani isa hojad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel bani'iin, «Hin sodaatinaa'a; waan hamaa kana gootaniirtan; garuu onnema keessaniin Rabbiin waaqeffadhaa'a malee duukaa isaa deemuu hin dhiisinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'elille deebisee kolba'aan, «Hin sodaatina'a! Isin hujii hantuu tana mara hujjaneertan. Te'ulle Mootii Waan Maraa Waaqa keessan gadhaa tokkochaan waaqonfadha'a malee, isa irraa gara dhibii hin deebi'ina'a.