1 Samuel 12:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqoota d'ara gula iyyaina; waaqooti akasi sunini dandeete isani qarqaarte yokhaani isani imbaaftu, wonti akanatiifi isiini waaqoota d'ugatiniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hin daballe waan faayidaa hin qabne, ka nama hin fayyifne faanaa hin bu'inaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan woy hin baane waan te'aneef, waan duwwaa bu'aa hin qanne yookiin ka isin baasuu hin dandeenne hin waaqonfatina'a.