1 Samuel 12:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ufii gama kiyyani AABBO Waaqi na didinna aka anini isanii kad'achu lakise isati inch'ubbamne. Ammo fulla suni, anini kara dansaafi ka d'uga isani garsiise isani barsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan misha'aa fi karaa qajeelaa isin barsiisa malee waan keessaniif Rabbiin kadhachuu dhiisee Rabbiin yakkuun na irraa haa fagaatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani karaa dansa'aa fi waan qajeelaa isin barsiisa malee, marroo teessaniif daadimatiisa lakkisiisaan Mootii Waan Maraa duratti cubbuu hujiis kiyya na irraa fagaatuu ti.