1 Samuel 12:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqaa saalfad'a, garaa tokochani isa hojad'a, illakisina, waan jabdu inni isanii tolchele qaabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin Rabbuma callaa sodaadhaa'a waan guddaa gootan waan argitaniirtaniif dhugamaan isa waaqeffadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin Mootii Waan Maraa qofa sodaadha'aatii gadhaa tokkochaa fi addatamumma'aan isa tajaajila'a. Waan guddoo inni isiniif godhelle hin dedhina'a!