1 Samuel 12:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo isani ammalle ka ch'ubbu illakimne taatani, isanifi hayyu keesani imballeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo waan hamaa hojjattan garuu isinii fi mootiin keessanillee hin baddan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujii hantuu hujiisa yoo hin lakkisin ammoo, isinii fi mootiin keessanille ijjumaa hin baddan» jedhe.